Sheek_Buuseyrii (Basaasaa Waraana Minilik)

Sheek_Buuseyrii (Basaasaa Waraana Minilik) Sheek_Buuseyrii (Basaasaa Lolli Woraana Mini*likiin Oromoo Arsii irratti adeemsifamaa ture, Mooticha jalatti hoogganummaa #Raas_Daargeetiin ture! Raas Daargeen Woraana Nuffisiisaa booda Arsii Diida’aa cabsee erga of jala galchee booda, gara #Arsii_Baalee ce’uuf karoorfate!… Haaluma karoora isaatiin, ofii Arsii Diida’aa taa’ee Nama Arsii Baalee keessa seenee basaasuuf tokko erge! Basaasaan kun ammoo, #Sheek_Buusarii […]

Sheek_Buuseyrii (Basaasaa Waraana Minilik) Read More »

BEEKHAN HIN HANBIFANNE, NUTIIS HIN QALBIFANNE! Aboo DUUBA rakkoodha! O-O-O-O-OO……….!::

BEEKHAN HIN HANBIFANNE, NUTIIS HIN QALBIFANNE! Aboo DUUBA rakkoodha! O-O-O-O-OO……….!:: DAMIINNAN GOSAATIIF 📢 BEEKHAN HIN HANBIFANNE, NUTIIS Damiinnan gosaa medhichiKeeysaa alaan akkam jirtanJilba jilba nu baasuuf warriZaraaraa manaa lakkooytanWaan achi booda dhufu hooDhiiroo akkamiin herreeydanNama nyaachiftaniiIfitti dhukaaftan Ummanni Bahaa ammatti hinquftuu rakkoo hamtuu afur(4) keeysa seenee meeratu jira. A. GOSUMMAA Wallaalaan keenyan baratuHayyuun keenyan dubbatu…

BEEKHAN HIN HANBIFANNE, NUTIIS HIN QALBIFANNE! Aboo DUUBA rakkoodha! O-O-O-O-OO……….!:: Read More »

Caasaa Latiinsa Oromoo Ituu

Caasaa Latiinsa Oromoo ItuuItuun Kuraa fi Galaanitti qoodamti A. Mandaadaa (Shanan Mandaadaa)1. Yaayya(3, hardubboo, jaarsoo, ganuu)2. Maliyyu(2, horro, siiba)3. Kodheelle(2, aamu, muuma)4. Dhanqa(2, shunqee, arbooyyee)5. Harooressa(2, liibnoo, reedde) B. Galaana(Afran galaanaa)1.Buunsii(3,harsuu, qore, gurraa)2. Keejjajii(2, ammayyuu, abbawoo)3. Jeedaa(2, haama, kodheelle)4. Badheessaa(2, odoo, yaasa)2ffaa. Addaayyo (4)a.Dhooblee/Kaako( 3, mukhee, nyaanyam’uu, boore)b. Kurro(4, dullacha-kooyyee, oomoo, jaaroo, mana-gam’ee)c. Buluudo(4, bilxaa,

Caasaa Latiinsa Oromoo Ituu Read More »

Tuuta_Gadaa_Shananii

“#Jila_Odaa_Tuutaa (Caffee Dambal) Tuuta_Gadaa_Shananii (Tuulama, Jahan Jiillee) Tuuta_Gadaa_Shananii Bokkuu Shanan Gadaa Muudanaatin kan bobba’u, Sirni Gadaa Dagaagsuu bakka Yaa’iin Gadaa Shananii argamanitti bobba’uuf jira. Kibxata dhufu kana Muudanni/Michilleen Gadaa Tuulamaa bahee Odaa Tuutaa rabata. Gaafa Roobii Gadaan Shananuu wal gahanii Fooqa dhaabanii jila jilatu. Seeraf sirna jajjabduutu raawwatama. Gaafa Kamisaa Muudanni Korma Dagaagaa qalee Roobaa_Nagayyaan

Tuuta_Gadaa_Shananii Read More »

Ituu Humbanna falaasama warra ayyaanaati malee seenaa dhugaatii miti.

Ituu Humbanna falaasama warra ayyaanaati malee seenaa dhugaatii miti Ituu Humbanna falaasama warra https://a.aliexpress.com/_EH9rL0mhttp://Gadaamarket.comHayyoonni Qorannaa Oromo bu’ura taasifate odoo geggeessanii hedduu gaarii dha. Asiin duras himaatiin ture ammas irra deebiin barreesseaa. Kitaabota warri habashaa barreessan ilmaan bareentumaa hogga barreessan tarree asii gaditti kaayaan 1, Karrayyu2, Marawa3, Ituu4 Xummuuga5, Humbanna godhanii barreessan. Maalif? Waan hin beeyneef.ergasii

Ituu Humbanna falaasama warra ayyaanaati malee seenaa dhugaatii miti. Read More »

The Fall of Moctezuma II and the Aztec Empire: A Tale of Power, Conflict, and Tragedy

The Fall of Moctezuma II and the Aztec Empire: A Tale of Power, Conflict, and Tragedy Introduction The Fall of Moctezuma https://a.aliexpress.com/_EQXEkBoThe story of Moctezuma II, the ninth emperor of the Aztec Empire, and his encounter with the Spanish conquistador Hernán Cortés is one of the most dramatic and consequential events in world history. Their

The Fall of Moctezuma II and the Aztec Empire: A Tale of Power, Conflict, and Tragedy Read More »

a man and a woman in traditional clothing

SEENAA HIDDA LATIINSA OROMOO GUJII~~~

SEENAA HIDDA LATIINSA OROMOO GUJII~~~ SEENAA HIDDA LATIINSA OROMOO Oromoon Gujii gosoota Gosa  Oromoo keessaatokko yoo ta’u:-Gujiin gooroo gurguddoo afuritti(4) qoodama.isaanis:-Gooroo1, Uraagaa,2, Maattii3, Hookkuu4, Alaadduu.kana qofaa Osoo hin ta’in dameen Gujii Wandoo Gannati (Gujii Wondoo) beekamaadha.Gujiin gooroowwan kana jalatti firoota Mata Isaac qaba .haaluma kana an ,#URAAGAA.1.Daraartuu.2.Haloo3.Waajituu4.Agantuu5.Sarboortuu6.Golla7.Galalcha #MAATTII1.Hirqaantuu2.Insaallee3.Handooya #HOOKKUU1.Galalchaa2.Oborraa3.Michillee4.Heeraa5.Bundhituu6.Baallaa7.Kinnoo #ALLAADDUU1.Gooroo Alaabaa ykn gooroo gujii haloo

SEENAA HIDDA LATIINSA OROMOO GUJII~~~ Read More »

man with spear at tribal festival in africa

HAYYOOMA! (WISDOM)! Hayyuu fi beekaa gidduu garaagarummaa guddaa tu jira

HAYYOOMA! (WISDOM)!Hayyuu fi beekaa gidduu garaagarummaa guddaa tu jira. HAYYOOMA! (WISDOM)! Hayyuu “Hayyuu fi beekaa gidduu garaagarummaa guddaa tu jira. Hayyuun hundi beekaa dha. Beekaan hundi hayyuu miti. Hayyuu tahuuf beekumsa garagaraa fi muuxannoo yeroo dheeraa namarraa fudhata. Beekkumsi garuu waan theorytti baratan hojitti hiikanii hojii sana amala godhachuu qofa barbaachisa.Haala kanatti✓shammaaneen tokko beekaa dha.

HAYYOOMA! (WISDOM)! Hayyuu fi beekaa gidduu garaagarummaa guddaa tu jira Read More »

Falaasama #Oromoo lakkoofsa shan duuba jiru!

Falaasama #Oromoo lakkoofsa shan duuba jiru!1) Gadaan shanA. BirmajiiB. BultumaC. BahaaraD. Horataa fiE. Roobalee ti. 2) Odaan shanA. Odaa RoobaaB. Odaa BultumC. Odaa NabeeD. Odaa Bisilii fiE. Odaa Bulluqi. 3) Seerri shanA. Seera AsaasaaB. Seera BasaqaaC. Seera GoorooD. Seera Jabbii fiE. Seera Killaati. 4) Bokkuun ShanA. Gadaan shananuu BokkuuB. Tokko tokko qaba.C. Akkaataa hojiitin immooBokkuun

Falaasama #Oromoo lakkoofsa shan duuba jiru! Read More »

Seenaan ha yaadatuu hangafaa qabsoo duraa😭

Seenaan ha yaadatuu hangafaa qabsoo duraa😭 ~~~ ~Seenaan ha yaadatuu hangafaa Jarraa Abbaa Gadaa hangafaa duraaGaafa manaa bahu jalqabuma duraaHaadhaa fi abbaa obboleeyyan maraOllaa fi ganda ahliidhaa fi firaOsoo hin jaalatin sosssobachaa garaaDirqamuma ta’eef ka’ee bu’e karaa. Amna jalqabuuf galaa sinqeeffateeManguddoof jaarsooliin eebba eebbifateeIjoollee biyyaa fi-qabuun hammatee“Abshiir jajjabaadhaan” dhaamsa dabarsateeOsoo ijji boochuu imimmaan haqateeTakka tarkaanfatuun

Seenaan ha yaadatuu hangafaa qabsoo duraa😭 Read More »

Shopping Cart