admin

Biyyii ityoophiyaa jedhamtu tun bifa Amma qabdu kana akka horatuu kan godhe oromoodha.

Biyyii ityoophiyaa jedhamtu tun bifa Amma qabdu kana akka horatuu kan godhe oromoodha. Biyyii ityoophiyaa jedhamtu tun jaarraa 16ffaa keeyssa silaa oromoon Atse sarsa dingil injifachuu baatte sabaa -sablammoota arr’a ityoophiyaa keeyssa jiranKana arguu hin dandeenyu ture.kan biraa dhisiiBiyyii Somalia jedhamtu tun seenaan isii ni jijjirama ture .kan biraa silaa oromoon bara 1559ti Amiir nuur

Biyyii ityoophiyaa jedhamtu tun bifa Amma qabdu kana akka horatuu kan godhe oromoodha. Read More »

“Bada Bakar Waaree yaa ba’eessa nama,Osoo si deessee haatee marraa lama

“Bada Bakar Waaree yaa ba’eessa nama,Osoo si deessee haatee marraa lama” … Bada Bakar Waaree yaa Lolli Calanqoo lolaa ittisa imala gabroomfattoota nafxanyaa ture. Lolli kun Amajjii 6 bara 1887 humna Minilikiin hogganamuufi ummata Oromoo, Oromiyaa bahaa jiraatan kanneen gooticha Bakar Waaree tiin hogganamu giddutti taasifame. Bakar Waaree kan dhalate Aanaa Jaarsoo bakka Laga Mixee

“Bada Bakar Waaree yaa ba’eessa nama,Osoo si deessee haatee marraa lama Read More »

Fonqolcha Mangistuu H/Maariyaam irratti godhame 09,1981

Fonqolcha Mangistuu H/Maariyaam irratti godhame 09,1981, Fonqolcha kan gaggeessees Oromoo dha. Akka Fashalu kan godhees Oromoodha. Fonqolcha Mangistuu H/Maariyaam Akka lakkoofsa Habashaatti guyyaa kana bara 1981 fonqolchi milkii hin qabne diktaateera mootummaa Abbaa irree kan ta’e Koloneel Mangistuu H/Maariyaam irratti hogganummaa Jeneraloota Dargiitiin gaggefaame. Jeneraloonni fonqoolcha kana irratti adda durummaan hirmaatanii, gaggeessan hundiisaanii Oromoo dha.

Fonqolcha Mangistuu H/Maariyaam irratti godhame 09,1981 Read More »

ABEEBEE TUFAA ARADDOO EEKKAA

Biyyi Itiyoophiyaa jedhamtu kun fedhiimoo?dogoggoraan ijaaramtee? ABEEBEE TUFAA ARADDOO EEKKAA Gosti Oromoo warra Tuulamaa Ilmaan EEKAA (Yeekkaa) har’aa deebbii seenaa qabu. Horri Finfinnee horiin yoo dhugan ni furdisa ture Kun hafeeti Xaayituu Buxul haati warraa Miniliik Miilli furdannaan qal’iseef….Seenaan Abeebee Tufaa deebbii qaba……. Tufaa Araddoo Gosa Oromoo Tuulamaa keessaa kan warra EEKAA ti.Bulchiinsi lafti isaan

ABEEBEE TUFAA ARADDOO EEKKAA Read More »

Qabsoo Keenya: A Reflection on Struggle, Politics, and Truth

Qabsoo Keenya: A Reflection on Struggle, Politics, and Truth IntroductionQabsoo Keenya: A Reflection The book Qabsoo Keenya by Amaanu’el Oljirraa Duuloo is a profound exploration of political struggle, identity, and the quest for truth in Ethiopia. Written in Oromo, it delves into the complexities of resistance, governance, and the socio-political landscape of the region. This

Qabsoo Keenya: A Reflection on Struggle, Politics, and Truth Read More »

DAA’IMMAN BIYYEE NYAATAN

DAA’IMMAN BIYYEE NYAATAN ……………………DAA’IMMAN BIYYEE NYAATAN Daa’imman Hanga naannoo umurii waggaa lamaatti waantota naannoo isaanii jiran hunda gara afaaniitti geessuun baruu yaaluu. Hedduun isaaniis yeroo umuriin isaanii dabalaa deemu waanta gara afaanii seenuu hin qabne baruun ni dhiisu. Haa ta’u malee daa’imman kudhan keessaa daa’imman 2 ykn 3 erga gudddatanii booda waantota nyaataaf hin oollee

DAA’IMMAN BIYYEE NYAATAN Read More »

Dhugaa dhoksee of muldhisuurra of dhoksee dhugaa muldhisuu filadheen jiraachaa jira’- Artist Keekiyyaa

Dhugaa dhoksee of muldhisuurra of dhoksee dhugaa muldhisuu filadheen jiraachaa jira’- Artist Keekiyyaa Dhugaa dhoksee of muldhisuurra of dhoksee dhugaa muldhisuu filadheen jiraachaa jira’- Artist KeekiyyaaJuly 3, 2025Daataa qusachuuf barreeffama qofa dubbisi”Waan siif hin taanerraa abdii muri. Wanti sun mijataa miti bakka nuti yaadne sana hin jiru,” ergaa jedhu dabarsuufan ‘Dhayi jalaa’ jechuun wallee haaraa

Dhugaa dhoksee of muldhisuurra of dhoksee dhugaa muldhisuu filadheen jiraachaa jira’- Artist Keekiyyaa Read More »

Jifataan Liivarpuul Diyaagoo Jootaa balaa konkolaataan du’e

Jifataan Liivarpuul Diyaagoo Jootaa balaa konkolaataan du’e Daataa qusachuuf barreeffama qofa dubbisi Daqiiqaa 9 dura Jifataan Liivarpuul Diyaagoo Jootaaabaasonni Ispeen irraa ba’aa jiran taphataan sarara fuulduraa Liivarpuul balaa konkolaataa isa mudateen umriisaa waggaa 28tti du’uu ibsan. Obboleessi taphataa lammii Poorchugaal kanaa Andiree Silvaa jedhamus balaa kanaan du’eera. Balaan konkolaataa kun Ispeen bulchiinsa Zamora jedhamtu keessatti

Jifataan Liivarpuul Diyaagoo Jootaa balaa konkolaataan du’e Read More »

Shopping Cart