Biyyii ityoophiyaa jedhamtu tun bifa Amma qabdu kana akka horatuu kan godhe oromoodha.
Biyyii ityoophiyaa jedhamtu tun jaarraa 16ffaa keeyssa silaa oromoon Atse sarsa dingil injifachuu baatte sabaa -sablammoota arr’a ityoophiyaa keeyssa jiran
Kana arguu hin dandeenyu ture.kan biraa dhisii
Biyyii Somalia jedhamtu tun seenaan isii ni jijjirama ture
.kan biraa silaa oromoon bara 1559ti Amiir nuur injifachuu baatte arr’a silaa manneen Amantaa gojjaam keeyssa jiruufi masraan mootootii gondar kun hin jiraatu ture.
Lola bara dhibba sadihiif maqaa amantiitiin deemaa ture oromoon dhaabsisuun isii gaanfa afrikaa keeyssatti jijjirama waaraa fide.Duuba saboonni kibbaafi bahaa ityoophiyaa jiran irra guddaan isaanni injiffannoo oromo tana akka wabii jireenya isaanitti fudhachuun oromo wajjiin gammachuun jiraachuu itti fufaniis Amaarii garuu akka diinatti qofaa mitti guffuu akeeka isaanni gufachisteetii oromoo laalluu eegale.
bara mooticha sarsa dingil bara 31 guutuu injiffannoo oromotiifi seenaa oromo addunyarratti baleesu irratti hojjachaa turan.
keessattuu bara 1593ti Atsen sarsa dingil
Qeensicha Isa Jala deemee waa barreessaafii ture nama Abbaa baharey jedhamutii dhimma bahuun seenaa oromo jallisee akka barreessu godhe.barri kun bara marsaa gadaa mul’ata keeyssa ture.bara Amaarii guutuu guutuutti Oromoodhaan itti Injiffatame qofa ossoo hin tahiin bara mul’ata gadaa isaa gojjaam keeyssatti tumateedha.bara oromoon lafa Abbaa isaanni tana walloo keeyssa jirtu lafa seenaa qabeessa lafa waaqaatiifi laga bishiloo
Deebisttee harkatti galfateedha.
mootoota warra
Amaaraa keeyssaa mootiin akka sarsa dingilitti
Baraa dheeraa oromo wajjiin Lola gageese hin jiru.dadeebi’ee oromoon injifatamuun isaa akeeka Amaarii bara dheeraaf hamma Somalia ti babal’achuuf qabaachaa ture santu Isa wajjiin Injiffatame.haa tahu malee sumiin inni awwaale hamma ammaa ni jirtti.kan biraa dhisii seenaa Abbaa bahareen barreesse sun ykn seenaan oromoon jaarraa 16ffaa keeyssa alaa dhuftte jattu sun barreessitoota seenaa warra kitaaba Abba bahary waabefate warra akka ” _ Manuel de almeide
https://s.click.aliexpress.com/e/_EyCxkXY
Discover more from Book Store
Subscribe to get the latest posts sent to your email.