Fonqolcha Mangistuu H/Maariyaam irratti godhame 09,1981

Fonqolcha Mangistuu H/Maariyaam irratti godhame 09,1981, Fonqolcha kan gaggeessees Oromoo dha. Akka Fashalu kan godhees Oromoodha. Fonqolcha Mangistuu H/Maariyaam Akka lakkoofsa Habashaatti guyyaa kana bara 1981 fonqolchi milkii hin qabne diktaateera mootummaa Abbaa irree kan ta’e Koloneel Mangistuu H/Maariyaam irratti hogganummaa Jeneraloota Dargiitiin gaggefaame. Jeneraloonni fonqoolcha kana irratti adda durummaan hirmaatanii, gaggeessan hundiisaanii Oromoo dha. […]

Fonqolcha Mangistuu H/Maariyaam irratti godhame 09,1981 Read More ยป