Author : Gadaa

Review: Lenovo IdeaPad Slim 3 Chromebook (2024) – Lightweight Performance for Everyday Use

Review: Lenovo IdeaPad Slim 3 Chromebook (2024) – Lightweight Performance for Everyday Use Review: Lenovo IdeaPad , Disclaimer: As an Amazon Associate, I earn from qualifying purchases. This post contains affiliate links. If you click on these links and make a purchase, I may receive a small commission at no extra cost to you. The […]

What About LinkedIn in Ethiopia? Unlocking a Professional Goldmine

What About LinkedIn in Ethiopia? Unlocking a Professional Goldmine What About LinkedIn If you’re an Ethiopian professional, a recent graduate, or an entrepreneur, you’ve likely asked this question. Maybe you’ve heard about LinkedIn’s global reach but wonder if it’s relevant here in Addis Ababa, Hawassa, or Mekelle. Or perhaps you’re an international recruiter or investor […]

Unlocking Digital Commerce: How TeleBirr is Revolutionizing E-commerce in Ethiopia

Unlocking Digital Commerce: How TeleBirr is Revolutionizing E-commerce in Ethiopia Unlocking Digital Commerce: For years, the promise of e-commerce in Ethiopia has been like a car with a full tank of gas but no key. We have the entrepreneurs, the products, and a growing demand for online shopping, but a critical piece was missing: a […]

Itti gaafatamaa Koree Siyaasaa ABO kan jalqabaa Badhoo Dachaasaa /Dammaksaa

Itti gaafatamaa Koree Siyaasaa ABO kan jalqabaa Badhoo Dachaasaa/Dammaksaa/. Itti gaafatamaa koree siyaasaa Badhoo Dachaasaa qabsaawota Oromoo kanneen jiddu-gala biyyaatii bosona Harargeetti ABO’tti dabalame keeysaa nama jalqabaati. Badhoon nama joollummaarraa sabboonummaa fi gootummaa qabu. Osoo ABO’tti hin dabalamin duraas nama sabboonaa bifa adda addaatiin Oromoo dammaksaa ture. – Badhoo Dachaasaa dandeeytii nama dammaksuu tanaan Dhaaba […]

Qophii Ayyaana Irreechaafi Hikkaa akkasumaas Seenaa Irreechaa

Qophii Ayyaana Irreechaa fi Hikkaa akkasumaas Seenaa Irreechaa Ummatoota Oromoo Biratti Qabu. Qophii Ayyaana Irreechaafi Hikkaa Ummanni Oromoo seenaa dheeraa fi aadaa boonsaa qabu. Aadaa kana keessaa tokko isa guddaan fihttp://Nizamshop.comhttp://Gadaamarket.com addunyaa irratti beekametti ta’e Irreechaa dha. Irreechi ayyaana galataafi nagaa, jaalalaafi tokkummaa, akkasumaas mallattoo jireenya fi wal qixxummaa Oromoon waggoota dheeraaf ittiin beekamu dha. […]

Itti Fayyadama E-commerce: Carraa Hojii fi Misoomaa Itoophiyaa

Itti Fayyadama E-commerce: Carraa Hojii fi Misoomaa Itoophiyaa Seensa Itti Fayyadama E-commerce: Addunyaa har’a keessatti daldalli haala dijitaalaa irratti hundaa’uun saffisaan guddataa jira. E-commerce jechuun tajaajila ykn oomisha interneeta fayyadamuudhaan bituu fi gurguruudha. Itoophiyaattis yeroo ammaa e-commerce haaraa ta’uu baatus, saffisaan babal’achaa jirti. Kun carraa guddaa misoomaa, hojii uumuufi daldala haaraa babal’isuuf ni ta’a. 1. […]

Guman kee ni kafalama. “Bishaantu afaan nu jiraafi malee waan dubbannu hedduu qabna” jette qurxummiin.

Abdii Boruu: Dhugaa fi Odeeffannoo Soba Magaalaa Dirree Dhawaa Guman kee ni kafalama. Ji’oota dhiyoo kana, hawaasni Abdii Boruu buqqa’insa, miidhaa fi gadadoo cimaa keessa darbeera. Maatiin 17 qe’ee isaanii irraa buqqaafamanii jiru; akkasumas dubartii ulfaa ji’a jaha taate, Nasiyaa Ziyaadoo ajjeefamuun hawaasa guutuu rifachiiseera. Haala kana keessatti, gaaffiin haqaa fi itti gaafatamummaa mirkaneeffachuu cimaa […]

Rakko readability SEO Score Adsense wajjiin qabu.

Rakko readability SEO Score jedhu yeroo blog post gara AdSense tiin godhu keessatti rakkoo guddaa ta’uu danda’a. Yoo AdSense akka baay’ateetti fudhatama argachu barbaadde, Google-aan kun barruu kee akkamitti akka hubatamuufi akka namatti dhufu mirkaneeffachuun barbaachisaa dha. Hanga rakkoo sana hubannu keessatti, “Readability” jechuun maali? Rakko readability SEO Score Rakko readability SEO ( Dubbisuu Dadhabuu/ […]

JAARSOO DAGAA QALLOO

JAARSOO_DAGAA_QALLOO JAARSOO DAGAA QALLOO Oromoo bahaa keessaa takka guddoon Oromoo Afran Qalloo ti. ilmaan afran qalloo keessaa tokko Sadeen Dagaa ti. Noolee,Jaarsoo fi Huume. Akkuma beekamu sadeen dagaa keessaa gosti guddoon takka jaarsoo dha. Jaarsoon ummata jaarraa hedduuf daangaa ummata oromoo bahaa tiiksaa ture,ummata gootummaan oromoo keessatti beekamani dha. Gootummaa malees jaarsoon hayyummaan oromoo keessatti […]

SIRNA GADAA UMMATA OROMOO

SIRNA GADAA UMMATA OROMOO SIRNA GADAA UMMATA OROMOO Sirni Gadaa bu’aa qaroomina Saba Oromooti. Ibsituu ammayyummaa, yaada bulchiinsa dimokraasii,ragaa seenaa, jiruufi jireenya Oromooti. Kana malees, Gadaan uumaafi uumama hundaaf seera qabaachuusaafi akkasumas baroota kuma hedduuf bubbulee hardha gahusaafi bu’uura yaadrimee dimokraasii ammayyaa ta’uus akka hinoolle hayyoota heddudhaan qoratamee xiinxalameera, leellifameeras. Gadaan Sirna dimokraasii, jiruufi jireenya […]

Scroll to top