Author : Gadaa

Humna Oromoofi Lola Kaabaa’Tooftaan Gadaa Michellee waggaa dhibba shan duraa, har’attis daawitiidha.’

Humna Oromoofi Lola Kaabaa ‘Tooftaan Gadaa Michellee waggaa dhibba shan duraa, har’attis daawitiidha.’ Humna Oromoofi Lola Kaabaa Jaarraa 16ffaa keessa bara 1550-1558 seenaan ajaa’ibsiisaafi injifannoon addaa Oromootaan raawwatamee ture. Tooftaa lolaa Gadaan Michillee fayyadameen Gaanfi Afirikaa weerara Amantii garboomfattootaarraa oofkalteetti. Oromummaafi Oromoon dhiibbaa amantii alaatiin cabuuf laaffates, yerichatti deebi’ee ol ka’uu danda’ee ture. 1553 /1546 […]

ORMANIYAA GARA OROMIYAATTI!.

ORMANIYAA GARA OROMIYAATTI!.Abisiniyaa gara Itiyoophiyaatti.“Hangafummaa keenya Afaan guutnee dubbanna” ORMANIYAA GARA OROMIYAATTI!. Bara 1832 keessa qorataafi namni Amantaa Luudoolf Kiraap jedhamu gara gaanfa Afirikaa dhufe ture. Ergamni nama kanaa amantaa Kiristaanaa haarawaa baballisuu ta’us, beekumsaafi ogummaa barateen Afaanota gaanfa Afirikaarra jiranii fi waliin jireenya uummatichaa qorataa tureera. Seenaa baroota durii keessaa jaarraan 19ffaa taateewwan akka […]

Yaada Dagatame: Biyya Yihudootaa Harrar, Ethiopia (1944)

Yaada Dagatame: Biyya Yihudootaa Harrar, Ethiopia (1944) Yaada Dagatame: Biyya Yihudootaa Waraana Addunyaa Lammaffaa gidduutti, yeroo sodaachisaan Holocaust mul’achaa dhufeen, gareen baqattoota Yihudoota Awurooppaa karoora ija jabina qabu tokko yaada dhiyeessan: bulchiinsa Yihudootaa of danda’e kan Itoophiyaa Harrar keessatti uumuu. Boqonnaan seenaa baayyee hin beekamne kun barbaacha abdii kutannaa bakka qulqulluu fi walxaxiinsa ji’oopoolitikaa yeroo […]

Understanding General Psychology: A Comprehensive Overview pdf dowload for free Understanding General Psychology: A Comprehensive Overview pdf dowload

Understanding General Psychology: A Comprehensive Overview Understanding General Psychology Psychology is the scientific study of behavior and mental processes, encompassing everything from sensation and perception to personality and psychological disorders. This blog post summarizes key concepts from General Psychology (Psyc 1011), a foundational course designed to introduce students to the field. Below, we explore essential […]

Hundeessaan Tiwiitarii appilikeeshinii intarneetii malee ergaa ergaa dabarsu hojjete

Hundeessaan Tiwiitarii appilikeeshinii intarneetii malee ergaa ergaa dabarsu hojjete Hundeessaan Tiwiitarii appilikeeshinii Adoolessa 2/2017(Gaazexaa Pilaas): Hundeessaan Tiwiitarii Jaak Doorsii appilikeeshinii ergaa dabarsuuf interneetii hinbarbaanne gadhiiseera jechuun Hindustaan Taayimsi gabaase. Appilikeeshinichi Biitchaat ‘Bitchat’ jedhama kan jedhe gabaasni kun; appilikeeshinii intarneetiifi Wi-Fi malee namoonni lama ergaa ittiin waljijjiiranidha jedhameera. Biitchaat Bilutuuzii akka fayyadamu ibsameera. Bilutuuziin hojjechunsaa fayyadamtoonni […]

Fonqolcha Mangistuu H/Maariyaam irratti godhame 09,1981

Fonqolcha Mangistuu H/Maariyaam irratti godhame 09,1981, Fonqolcha kan gaggeessees Oromoo dha. Akka Fashalu kan godhees Oromoodha. Fonqolcha Mangistuu H/Maariyaam Akka lakkoofsa Habashaatti guyyaa kana bara 1981 fonqolchi milkii hin qabne diktaateera mootummaa Abbaa irree kan ta’e Koloneel Mangistuu H/Maariyaam irratti hogganummaa Jeneraloota Dargiitiin gaggefaame. Jeneraloonni fonqoolcha kana irratti adda durummaan hirmaatanii, gaggeessan hundiisaanii Oromoo dha. […]

Qabsoo Keenya: A Reflection on Struggle, Politics, and Truth

Qabsoo Keenya: A Reflection on Struggle, Politics, and Truth IntroductionQabsoo Keenya: A Reflection The book Qabsoo Keenya by Amaanu’el Oljirraa Duuloo is a profound exploration of political struggle, identity, and the quest for truth in Ethiopia. Written in Oromo, it delves into the complexities of resistance, governance, and the socio-political landscape of the region. This […]

DAA’IMMAN BIYYEE NYAATAN

DAA’IMMAN BIYYEE NYAATAN DAA’IMMAN BIYYEE NYAATAN Daa’imman Hanga naannoo umurii waggaa lamaatti waantota naannoo isaanii jiran hunda gara afaaniitti geessuun baruu yaaluu. Hedduun isaaniis yeroo umuriin isaanii dabalaa deemu waanta gara afaanii seenuu hin qabne baruun ni dhiisu Haa ta’u malee daa’imman kudhan keessaa daa’imman 2 ykn 3 erga gudddatanii booda waantota nyaataaf hin oollee […]

7BET: A Comprehensive Guide to Online Betting Excellence

7BET: A Comprehensive Guide to Online Betting Excellence 7BET: A Comprehensive Guide In the fast-paced world of online betting, 7BET has emerged as a popular platform for sports enthusiasts and casino gamers alike. Whether you’re a seasoned bettor or a newcomer looking to explore the exciting world of online gambling, 7BET offers a seamless and […]

Understanding Inflation in Ethiopia: Causes, Effects, and Possible Solutions

Understanding Inflation in Ethiopia: Causes, Effects, and Possible Solutions Introduction Understanding Inflation in Ethiopia is one of the most pressing economic challenges facing Ethiopia today. Over the past few years, the country has experienced rising prices, making basic goods and services increasingly unaffordable for many citizens. This blog explores the causes of inflation in Ethiopia, […]

Scroll to top