
Hundeessaan Tiwiitarii appilikeeshinii intarneetii malee ergaa ergaa dabarsu hojjete

Hundeessaan Tiwiitarii appilikeeshinii Adoolessa 2/2017(Gaazexaa Pilaas): Hundeessaan Tiwiitarii Jaak Doorsii appilikeeshinii ergaa dabarsuuf interneetii hinbarbaanne gadhiiseera jechuun Hindustaan Taayimsi gabaase.
Appilikeeshinichi Biitchaat ‘Bitchat’ jedhama kan jedhe gabaasni kun; appilikeeshinii intarneetiifi Wi-Fi malee namoonni lama ergaa ittiin waljijjiiranidha jedhameera.
Biitchaat Bilutuuzii akka fayyadamu ibsameera.
Bilutuuziin hojjechunsaa fayyadamtoonni ergaa erguuf Wi-Fi ykn seelulaar neetorkii hinbarbaachisuun.
Appilikeeshinichi haalawwan akka yeroo interneetiin cufamu keessatti akka gargaaru himameera.
This is Bianca Coster, the lady whose picture was used as the profile picture of the controversial account of Chris Excel on Twitter, now known as X, has shared how the use of her picture has ruined her life.
She says she has lost out on work, and collaborations with brands because they think she’s Chris Excel. She even says she cannot go out in public freely without being mistaken as Chris Excel.
Watch the full video on our next post. Link in comments.
Kurrently
https://a.aliexpress.com/_EGKKDqwhttp://I just found this on AliExpress: ETB4,985.02 | TACVASEN With 2 Chest Zipper Pockets Cargo Shirt Men’s Quick Drying Skin Protective Long Sleeve Work Shirt Male Tops Outdoor https://a.aliexpress.com/_EGKKDqw
https://a.aliexpress.com/_EH46ncA
🎙️ Elon Musk: “Also, I’m buying Manchester United. You’re welcome.”Are you serious?”Musk: “No, this is a long-running joke on Twitter. I’m not buying any sports teams.Although, if it were any team, it would be Man U. They were my fav team as a kid.”(✍️ Elon Musk.)
intalti duraan Elon Musk qaadhimaa godhate, aadde Amber Heard jaalallee haaraya Twitter irratti erga argateen booda Twitter irratti isa block gootee isii fi Elon Musk addaan bahan. isiin akkas godhuun Elon Mask baay’ee aarse.
Yeroo muraasa booda Elon Mask Twitter bitee, inniis account Twitter qaadhimaan isaa fayyadamaa turte guututti duraa dhabamsiise. isa yeroo hunda akka yaadattu godhuufiis maqaa Twitter jijjiiree X itti moggaase ja’an warri waa ja’u. 😁
Akkana wal godhuun sirriidhaa wadaajoo?
Discover more from Book Store
Subscribe to get the latest posts sent to your email.
