
Seenaa Saba oromoo Fi Miidhaa Mootummoonni Habashaa oromoo Iirraan Gahaanii Fi GahaaJiran
Seensa:
Seenaa Saba oromoofi Miidhaa Ummatni oromoo ummatoota impaayera Itophiyaa keessa jiran kee-ssaa lafa bal’aa fi tarsiimoo irra qubateejira. oromiyaan handhuura
impaayera Itophiyaa keessa jira. Habashoota gara Kaabaa jiranii fi sabootacunqurfamoo Kibba impaayera Itophiyaa keessa jiran gidduu
lixee addaan kuta. Impaayera Itophiyaa bahaa– dhihatti adda mura. Baayyina ummataatiin kan hamma isaa gahu hin jiru. oromoon bara dheeraatii qabee darbaa dabarsaan kutaalee oromiyaa har’aa kana irra jiraataa fi irratti walhoree dagaagee sadarkaa sabaa irra gahee jira. Biyya dhawataan Akaakilee fi Abaabayyuun irra jira- atanhawaasni oromoo biyya abbaa keenyaa jedhanii waamu. . Seenaa barreessitotni Awurooppaa maqaa lafaoromoo, Biyya oromoo (oromo country or oromo land) jedhan. Jarmantichi J.Luwis Kraaf jedhamumaqaa biyya oromoo “ormania” haa jennu jedhe. Har’a qabsoo diddaa kolonii fi Bilisummaa wal duraaduubaan hawaasni oromoo geggeessaa turee fijirun, maqaan biyya oromoo oromiyaa tahee beekamee jira.oromiyaan maqaa ABon moggaasamee fi
qabsoodhaan argamee dha. Bal’inni lafa oromiyaa Kiiloo meetirii kaaree 600,000 (kuma dhibba jaha) ni caala. Biyyoota 54

Afriikaakeessaa biyyoota 17 qofatu bal’
inaan oromiyaa caalu. Biyyoota Awurooppaa keessaa bal’aa dha kan jedhamu Faransaayiin illee oromiyaatu caala. Kuubaa, Bulgaariyaa,
Xaaliyaanii fi Ingilizii yoo walitti dabalaman, bal’inaan hamma oromiyaa hin ga’ani.
oromiyaan uumaadhaan badhaatuu fi taadhii dha. Horii beeladaa, bine- eyyii bosonaa, bosonaa fi albudaa lafakeessaan dureettii dha. Qabeenyaan ishee uumamaa kun erga gaafa kolonii Habashootaan qabamtee kaasee,koloneffattoota Habashaan saamamaa jira. Mootummooti impaayera Itophiyaa bulchan marroo sadii kan tahu ummata biyyichaa lakkaawanii jiru.oromoon erga gaafa sirna bit-
taa kolonii Habashaa jalatti kufee kaasee ummata miidhaa guddaan irrageessifamee dha. Gitni bittuu Habashaa wal furee aangootti dab-
ran hundi bifa adda addaan. oromummaa oromootti duulaa fi mirga abbaa biyyummaa isaa sarbuuf hojjetaa, bara mootummaa Way-
yaaneedhaqqabani. Minilik irraa eegalee hanga Mootummaa Wayyaanee ammaatti kan oromoof hile hin jiru.Miidhaa fi dhiibbaa sirna bit- taa kolonii jalaa bahuuf furmaatni jiru Qabsoo Bilisummaa jabeessuu qofa.Ummatootni addunyaa sirna bittaa alagaan qaban hundi Qabsoo Bilisummaa geggeessuun bilisummaa sabaafi walabummaa biyyaa
argatani. Kan saba oromoos kanaa ala tahuu hin danda’u. kanaaf QabsooBilisummaa oromoo wareegama ilmaan oromoon har’a
gahe fiixa baasuuf dachaa haa hojjennu.
oromiyaa Koloneeffachuuf Carraa Warri Habashaa Argatani :
Habashoonni jaarraa 14ffaa irraa kaasanii warra Awuroppaa waj-
jin hariiroo uummachuuf carraaquu jalqaban. Haata’u malee yeroo duraa hedduu hin milkoofne. Hariiroo akkasiin, yeroo Imaam Ahmad isaan waraanni poortugaal gargaarsifachuu danda’an. Hariiroo akasiin,Jaarraa 17ffaa jalqbaa irraa kaaseeMisiyoonoti warra poortugaalii fiIspeen biyyaa Habashaa seenuu jalqaban. Mootummootni Habashaawaliiisaanii gidduuttis aangoo qabachuu irratti wal haa lolan malee,irra guddaa kana isaan sodaachise garuudhiibbaa oromoo ti. Kanaafsodaa oromoo irraa kan ka’e gargaarsa meeshaa wal duraa duubaanwarra Awurooppaa irraa hidhatanii oromootti duulaa yoona gahan.Mootoma bakka bakkatti dhaabbatan keessa oromoo deebisanii hed-duu kan dhiiban warra Manz turan.Amaaroti Manzii biyya oromoogidduu kan qubachuu jalqaban bara Amda-tsiyoon (1314 – 44tti)ture.Duula lafa oromoo qabachuuf godhaniif akka salphifatuufittiqubasuma waraanaan isaa tolfatan ture. Achiirraa ka’anii oromoottiduulaa turan.Moototni Manzi, mootii moototaa Habashaa Gondoriif gibira galchuturan. Mootiin Habashaa Gondor, akkakutaa biyya isaanitti isaan fud-hata ture.
Citichi (island) qubsuma Amaaraa kan lafa oromoo gidduuttihafekun booda Seenaa Saba oromoofi Miidhaa
, bakka duula koloneeffachuu oromiyaa irraa qinde-essan taate. Seenaa Saba oromoofi Miidhaa
Achi irraa ka’anii gargaarsaa fimeeshaa lolaa argataniinoromootti duuluu itti fufani.1557tti erga Turkiin Mitsiwwaa qabatte jalqabee Habashootni meesh-aalee lolaa bifa garaagaraan argachuujalqaban. Qawwee argataniinoromoo eeboo fi gaachanaan lolutti duuluu eegalan. Fakkeenyaaf, bara1771ttiyeroo Amahaa Iyyaasuun Gondor dhaqee qawwee haga tokkoargate Manzitti deebi’e, namtichi IngiliziiJemis Biruus jedhamuachi ture akka galmeessetti: “meeshaan isaanii(omromoo) eeboo fihofaa qarameeibiddaan qarri isaa jabaatee fi gachana ture. Gaac-hanni isaanii yeroo roobaa yoo jiidhe waan laafuuf nidadacha.a”jedhe. oromoo meeshaa akkasii hidhatee lolutti Amahaa Iyyaasuunqawwee hidhateen duuluujalqabe. Dura oromoo kaarrayyuu warraabbaan isaa harkatti du’e irratti duula ba’e. oromoon karaa hedduumii-dhee, ajjeesee, hanga qarqara laga Awaashitti dhiibe. Ankoborittiqubsuma waraanaa tolfate. AmahaaIyyaasuun qawwee argateen Man-ziin naanneessee oromoota jiran dhiituu jalqabe.Mootota Manzii darabee aangoo qabatan keessaa kan utuu oromoottihin duulin aangoo irra ba’an hin turre.Keessattuu Saahila-sillaaseenkan waggaa 34 mo’e, oromoo kaanitti duulaa, kaan ammo ofittiqabeefiroomfachuu tooftaa baafate. Bara isaa kana keessa warriAwurooppaa yeroo duraatiif Shawaa (Manzi)seenuu jalqaban.Saahila-sillaaseen, warri Tigiree karaa namoota Awurooppaa biyyaisaaniihttp://Edosanmarket.com dhufaniinqawwee irraa argachuuf tattaafataa ture. Akka kan-aan, bifa adda addaattiin qawwee haga tokko walittiqabachuudanda’e .1840 keessa meeshaa lolaa Saahila-sillaaseen qabuu fi kan oromoohedduu wal caala. Saahile Sillaaseenmeeshaa baraa argateen orom-ootti duulee saamuu danda’e. Midhaa inni oromoo irraan gahenamitichiIngilizii Haarsi jedhamu yeroo barreese: “Maasiin,qam-adii, garbuu,ataraa … . Hojii
Discover more from Book Store
Subscribe to get the latest posts sent to your email.