Itti gaafatamaa Koree Siyaasaa ABO kan jalqabaa Badhoo Dachaasaa /Dammaksaa
Itti gaafatamaa Koree Siyaasaa ABO kan jalqabaa Badhoo Dachaasaa/Dammaksaa/. Itti gaafatamaa koree siyaasaa Badhoo Dachaasaa qabsaawota Oromoo kanneen jiddu-gala biyyaatii bosona Harargeetti ABO’tti dabalame keeysaa nama jalqabaati. Badhoon nama joollummaarraa sabboonummaa fi gootummaa qabu. Osoo ABO’tti hin dabalamin duraas nama sabboonaa bifa adda addaatiin Oromoo dammaksaa ture. – Badhoo Dachaasaa dandeeytii nama dammaksuu tanaan Dhaaba […]
